1 Chronicles 25:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi raaga hayyu, ka Hemani jed'ani, ilmaani d'iira kud'ani afurifi dubra sadi kenne, akuma inni iti kakhate kaani, aka akasiini inni jabaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin maruu worra xurumbaa guddisanii haa afuufani'iif filataman; ijoollee Eemaanii ka akka jecha Rabbiitiin mootichaa raaguuti; Rabbi Eemaaniif ijoollee dhiiraa kudha afurii fi ijoollee intalaa sadihi kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kun marti ilmaan Hemaanii ka mootichaaf mudhii dhagguu ti; Waaqi ulfinna guddaa Hemaaniif kenniisaaf, akkuma waadaa galetti, ilmaan kudhanii afurii fi durra sad isaaf kenne.