1 Chronicles 26:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbala gosa Merari keesa namicha tokoti jira, ka Hosa jed'ani, ka ilmaani afuri qabu: Shimri (abbaani isaa gudda isa tolche, ato inni angafa taule baate),
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Meeraarii keessaa Hoosaan ijoollee afur qaba; ijoolleen isaa yoma hangafallee hin taane namni abbaan isaa bulchaa taasise Shimiri.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Meraarii keessaa, Hosaah ilmaan afur uumate; isaan keessaa Shiimri sooressa; inni angafa te'uu dhabulle, abbaan isaa akka inni sooressa te'u godhe.