1 Chronicles 26:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hilkia, Tebalia, Zekaria. Nami gosa Hosa ka Mana Waaqa eegu nama kud'ani sadi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka lammeesso'oo Keliqiyaas; ka sadeesso'oo Xibaaliya'a; ka arfeesso'oo Zakkaariyaasiin ture; ijoolleen Hoosa'aatii fi obboleewwan isaa worri mana woyyuu eegan wolumatti qabaa namoota kudha sadihi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lammeessoon Hilqiiyaa, sadeessoon Xabaliyaa, arfeessoon Zakaariyaas; ilmaan Hosaahiitii fi firri isaa wolumatti namoota kudhanii sad.