1 Chronicles 26:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Mana Waaqa eegu, worra isaani gula, fulla fullaati qoodani, akuma worra Lawi kaani, huji Mana Waaqa kennanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni waardiyyoota mana woyyuu Rabbii eeganii worri taaba san akka mana woyyuu eeganiif ramadaman
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eeddoti karraa tun akkuma Lewwoota dhibii Galma Mootii Waan Maraa keessa hujanuu, sooreyyii ifii jalatti ramadamanee, hujii Galma Mootii Waan Maraa hujiisaaf badoo qabaniiyyu.