1 Chronicles 26:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hit'aani fullo ilaboru Shelemia bue, ka fullo mirga, ilma isaa Zekaria, nama hojja ch'ufa qaroomani nama gorsu, bue.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara baya biiftu'uutiin haa eegani'iif hixaan Selemiya'aaf baye; ilma ogeessaa fi qaroo Zakkaariyaasiifillee hixaa buusanii balbala gara kaabaa akka eeguuf hixaan isaa baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hixaan karra karaa aduun baatuu Shelemiif bu'e. Achiin duuba hixaan karra gara kaabaa ilma isaa ka namatti gorsiisa beeku Zakaariyaasiif,