1 Chronicles 26:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Obed-Edomu hit'aani fullo bitaati bue, ilmaani isale hit'a fullo mana keesati woi olkayaniti buefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obeedi'eedoomii hixaan gara kibbaatiin isaa baye; ijoollee isaatiif garuu meeshaa mana keessaa haa eegani'iif hixaan bayeef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
hixaan karra kibbaa Obed-Edoomiif, hixaan mana meyaa ilmaan isaatiif,