1 Chronicles 26:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gama ilaboru guyya ch'ufa nama jaati fullo eega, gama mirga nama afuri, gama bitale nama afuri. Nama afuriti guyya ch'ufa mana keesati woi olkayani kaani eega, mana keesati woi olkayani suni lachu nama lama lamati eega.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara baya biiftu'uutiin Leewwota jahatu jira; gara kaabaatiin guyyama guyya'aan namoota afur, gara kibbaatiin guyyama guyya'aan namoota afurii fi worri meeshaa mana woyyu'uu eegan namoota lama lama turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa guyya'aan karra karaa aduun baatuu Lewwooti jaa, karra gara kaabaa Lewwooti afur, karra gara kibbaa Lewwooti afur, karra mana meyaa tokko tokko Lewwooti lama lama,