1 Chronicles 26:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'aatu mana ila adu nama afuriti kara d'aatu lafa eega, ammalle fulla manale nama lamati eega.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara dhiya adu'uutiin karaa gara faarbariitiin namoota afurii karaa Faarbarii bira garuu namoota lama kaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
karaa gara badhinna dalleya keessaa gara aduun seentuu irratti Lewwooti afur, badhinna dalleya keessaa ka karaa aduun seentuu sanille Lewwoota lamatti eegaayyu.