1 Chronicles 26:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gosa Lawi d'ibileeni fulla beese Mana Waaqa iti olkayanifi fulla waan Waaqaa baasani olkayani hojata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Leewwotaa keessaa Akiyaan meeshaa mana woyyu'uutii fi manniin meeshaa kennaa Rabbiitii dhiyeessan keessa kaayan irratti bulchaa ta'ee muudame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lewwoota dhibii keessaa Akiyaan itti gaafatamaa qabeenna Galma Waaqaatii fi mana meya kennaa Waaqaaf adda baafamee ti.