1 Chronicles 26:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan had'iisa keesati boojiani ka gari fuud'e eebise, huji Mana Waaqaati baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Meeshaa booji'an mana woyyuu ittiin midhaassu'uuf woyyoomsan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan meya yennaa duulaa saamame irraa, Galma Waaqaa haaressiisaaf adda baasane.