1 Chronicles 26:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'aloota Hebroni keesa Hashabiafi fiit'a isaa, nama kuma tokotifi d'ibba torba, ka ch'ufti nama jajaba, fohatani, huji AABBO Waaqatifi huji hayyule, ta galaana Yordani gama ila adu lafa Israeli keesa, harka worraati kennani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Keebroonii keessaa Hashaabii fi obboleewwan isaa namoonni jajjabaan kumni tokkoo fi dhibbi torbaa waan hujii Rabbiitii fi tajaajila mootumma'aa maraa irratti worra Israa'elii ka laga Yoordaanosiitiin gara lixa adu'uutiin jiru maraa irrattuu muudaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Kebroonii keessaa Hashabiiyaa fi firri isaa namooti kum tokkoo fi dhibbi torbaa, hujii Waaqaatii fi hujii mootichaa ta laga Yordaanosii irraa karaa aduun seentu jirtu irratti itti gaafatamumma'aan ramadamane.