1 Chronicles 26:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yeriani gudda d'aloota Hebroniti. Ganna afurtameeso ka Daudini lafa mohate, nama ergani nama d'aloota Hebroni barbaadani, worra suni keesa nama jajaba argani, ka lafa Gileadi keesa Yezeri tau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yisiyaan manniin abboota isaa keessaa bulchaa worra Keebroonii ture; Daawiti mooyee woggaa afurtameesso'ootitti galmee seena'aa keessa yoo barbaadan namoota jajjabaa Iyyaazeerii Gala'aadii keessaa galmee seena'aa san keessatti argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka hidda dhaloota maatii isaaniititti sanyii Kebroonii keessaa, Yeriiyaan sooressa te'e. Daawiti mootii te'ee woggaa afurtameesso'ootitti yennaa galmeen qorqoramee sanyii Kebroonii keessaa loltooti goototi biyya Giil'aadii qachaa Yaazer keessatti dhaggamane.