1 Chronicles 26:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle namicha tokoti jira, ka Obed-Edomu jed'ani, ka Waaqi eebise ilmaani saddeeti kenneefi, ta aka worri wolti aane d'alateeni maqa worraa asi t'aafani: Shemaya, Yehosabadi, Yoa, Sakari, Nethaneli,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obeedi'eedi Rabbi waan isa eebbiseef ijoollee dhiiraa saddeeti qaba ture; hangaftichi Shamaaya'a, ka lammeesso'oo Yoozaabaati, ka sadeesso'oo Iyyoo'aas, ka arfeesso'oo Saakar, ka shaneesso'oo Naatinaa'el
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obed-Edoomille ilmaan uumate: Angafichi Shemaa'iyaa, lammeessoon Yihozaabaad, sadeessoon Yo'aa, arfeessoon Saakaar, shaneessoon Nataani'el,