1 Chronicles 26:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gurbaani Obed-Edomu ka angafa, ka Shemaya jed'ani, ilmaani jaa qaba: Othini, Refaeli, Obedi, Elsabadi, Elihu, Semakia. Worri ch'ufti worra isaani keesa worra jajaba woguutu; worri maand'a lamaani suni worra kaani ch'ufa ira woguuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Shamaayaan ilmi isaallee ijoollee dhiiraa uumate; isaan waan mana abbaa ufii keessatti leenji'aniif worra jajjaba'aa fi janna turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi angafichi Obed-Edoomii Shemaa'iyaalle ilmaan jaa uumate; isaan dandeettii guddoo waan qabanuuf, sooreyyii maatii abbootii ifii te'ane.