1 Chronicles 26:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Obed-Edomu nama jaatami lama, ka aka male waan huji tana beekhu, qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin maruu ijoollee Oobeedi'eedoomii turan; isaanii fi maatiin isaanii, firtoonni isaaniillee hujii hojjachu'uuf jajjabeenna qaban ture; ijoolleen Oobeedi'eedoomiitii fi ilmaan ilmaan isaa wolumatti qabaa namoota jahaatamii lama turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan marti sanyii Obed-Edoomii ti; isaan, ilmaan isaaniitii fi firri isaanii marti worra dandeettii huji'ii qabu; sanyiin isaa wolumatti namoota jaatamii lama.