1 Chronicles 26:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Meshelemia nama kud'ani saddeeti, ka waan huji tana beekhu, qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Meesulaami ijoollee kudha saddeetii jajjabootaa fi worra hujii hojjachuu danda'an qaba ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meshelaam ilmaanii fi fira dandeettii qabanu namoota kudhanii saddeeti qabaayyu.