1 Chronicles 27:15 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ji'a kudha lammeesso'oo keessaa garee kudha lammeesso'oo ka bulchu Heldaayii worra Naxoofa'aa ka gosa Gotoniyaaliiti; garee isaa keessallee loltoota kuma diddamii afuriititu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kudhanii lammeessoon, nami Netofa'aa sanyiin Otnii'elii Heldaayi, ji'a kudhanii lammeesso'ootitti, ajajaa loltootaa ka ji'a kudhanii lammeesso'oo yoo te'u, namooti kutaa isaa keessa kuma diddamii afur.