1 Chronicles 27:2 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ji'a jalqabaa kutaa tokko irratti Shoobi'aamii ilma Zabdi'eeliititu muudame; kutaa inni bulchu keessa loltoota kuma diddamii afuriititu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Zabdii'elii Yaashobi'aam, ajajaa kutaa loltootaa ka ji'a qaraa yoo te'u, namooti kutaa isaa keessaa kuma diddamii afur.