1 Chronicles 27:23 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi, «Banii Israa'elii akka urjii sami'iititti isin baay'isa» waan jedheeruuf Daawiti worra umuriin isaanii woggaa diddamaa gadii maraa hin laakkofne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Kolbaa Israa'elii akka urjoota ol-gubba'aa hin baceessa» jedhee waadaa waan galeef, Daawiti namoota woggaa diddamaa gadii hin laakkonne.