1 Chronicles 27:24 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Tsuuriya'aa hin laakkaye malee hin raawwanne. Sababaa kanaaf Rabbi worra Israa'eliitiin lole seenaan isaanii galmee mooticha Daawitii irratti hin barreeffamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yo'aab ka Zeruyaan deette namoota laakkowiisa jalqabee, ammoo laakkowee hin muummessine; laakkowamiisa kolba'aa kanaaf aariin Waaqaa kolbaa Israa'elii irratti waan bobeetteef, laakkossi kolba'aa kitaaba dabarsii mooticha Daawitii keessatti hin barreeffanne.