1 Chronicles 27:25 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni meeshaa mana mootumma'aa irratti baallii qaban bulchaan meeshaa mana mootumma'aa Azmootii ilma Adi'eeliiti. Yoonaataan ilmi Ooziya'aa qachoota gandoota waan raasaa keessa jiruu fi mana meeshaan mootumma'aa keessa taa'u tooyata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Adii'elii Azmaaweti, itti gaafatamaa qabeenna mana mootumma'aa ti; ilmi Uziya'aa Yonaataan, itti gaafatamaa qabeenna biyya keessaa, qabeenna qachoota keessaa, qabeenna ollaa keessaatii fi xelleephoo keessaa ti.