1 Chronicles 27:29 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saaziriraayi namni biyya Saarana'aa horii biyya Saaroonii irratti bobbayan irratti muudame; Shaafaaxi ilmi Adilaayii horii lafa dhooqaa keessatti bobbayan irratti muudame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Shaaronii Shiitraay, itti gaafatamaa loon Shaaron keessa tikatanuu ti; ilmi Adlaayimii Shaafaax itti gaafatamaa loon dhooqa keessa tikatanuu ti.