1 Chronicles 27:6 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banayaasi namoota soddomaa keessatti jaba'aa fi beekkamaa nama soddomaa bulchu; ilmi isaa Amizaabaadi garee inni bulchu ajaja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Benaayaan gootota soddoma keessaa goota jaba'a. Ilmi isaa Amiizaabaad, ajajaa kutaa loltoota abbaa ifii ti.