1 Chronicles 27:7 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ji'a arfeesso'oo garee arfeesso'oo irratti garee arfeesso'oo ka bulchu Asaaheelii obboleessa Iyyoo'aabiiti; isaan maayessa ilma isaa Zibaadiya'atu bulche; garee isaa keessallee loltoota kuma diddamii afuriititu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Arfeessoon, obboleessi Yo'aabii Asaahel, ji'a arfeesso'ootitti, ajajaa kutaa loltootaa ka ji'a arfeesso'oo yoo te'u, ilmi isaa Zebaadiyaan addee isaa bu'e; namooti kutaa isaa keessaa kuma diddamii afur.