1 Chronicles 28:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma beekhu malte, aka AABBO Waaqi si fohate, atini Mana isaa qulqullo jaartu. Jabaad'i, huji suni guuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma Rabbi akka ati mana woyyuu isaa ijaartuuf si filateeraa jabaadhuu hojjadhuu raawwadhu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, addee woyyittii Galma Waaqaa akka ijaartuuf, Mootiin Waan Maraa si filateera; atille jabaadhuutii hujadhu» jedhe.