1 Chronicles 28:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini aka maneeni sunifi fulla miha keesati olkayanifi d'iibu isaa ch'ufafi Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo ta artiti ch'ubbu nama araaramanifile jaaru malani, Solomoni garsiise t'aafe iti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti ilma ufii Solomoonitti akkaataa manniin meeshaan keessa taa'uu, huleen woyyittii woyyootaa itti ijaaramu maraa itti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti fakkii karoora ijaarsaa ta soroo Galma Waaqaa, ta kutaa badhoo mana keessaa, ta kutaa meya gatii guddo'oo keessa keyanuu, kolloota mana mana irraa, kolloota gara keessaa ta addee araarri cubbuu kolba'aa itti kennamuu ilma ifii Solomoonitti kenne.