1 Chronicles 28:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni aka qayeefi maneeni d'aatu jirtuufi mana mihaafi waan AABBO Waaqa baasani keesati olkayani jaaru malanile, isa garsiise t'aafe iti kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana woyyuu afoo hulee itti gad bayan, mana meeshaan keessa taa'ullee akkamitti akka ijaaru mana meeshaan kennaa mana Waaqaa keessa taa'u akkamitti akka ijaaramu waan Hafuurri Waaqaa yaachiseen itti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni fakkii karoora badhinna dalleya keessaa ka Galma Mootii Waan Maraa, kolloota Galma sanitti naanneffamanee ijaaranuu mara, kolloota qabeenna Galma Waaqaatii fi waan Waaqaaf adda baye keessa keyanu akka qalbii isaa keessaa qabutti ilma ifiititti kenne.