1 Chronicles 28:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Daudini aka qaaloleefi worri Lawi huji hojachu male isa garsiise, aka worri huji Mana Waaqa hojate, miha Mana Waaqale qorqoratu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma Daawiti hujii gadoonni hojjatanii fi worri Leewwotaa hojjatan hujii mana woyyuu keessatti hojjatamuu fi kunuunsa meeshaa mana woyyuu keessaa ka Rabbii Waaqa ittiin waaqeffatanillee Solomoonitti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammalle ramaddii hayyootaatii fi Lewwootaa maan akka hujanu, hujiin tajaajila Galma Mootii Waan Maraa keessaa marti attam akka hujantu, meen achi keessa ittiin hujanu kam akka te'e isatti hime.