1 Chronicles 28:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni haga qarsifi worqiini mihaani mid'aasanifi ta ifseefi waan ifseeni ira ejitufi mesa qarsiini mid'aasanifi mesa worqiini mid'aasani, ka qit'a Waaqa baasani ira kayanileeni geetu garsiise ake mid'aasanile iti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Meeshaa tajaajila adda addaa ittiin fayyadaman birri'ii fi worqii meeshaa kanniin haga isaa itti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meya worqii irraa hujamee, hujii adda addaa ittiin hujiisaaf barbaachisuuf, haga worqii isaa, meya meetii irraa hujamee, hujii adda addaa ittiin hujatiisaaf barbaachisuufille haga meetii isaa,