1 Chronicles 28:15 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worqii, baattuu ibsa'aatii fi ibsaa, akkasuma birrii, baattuu ibsa'aatii fi ibsaa madaalee kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkuma tajaajila waan issaan irra keyamuutitti, waan issaa irra keyanu ka worqii irraa hujamee fi issaa isaa ka worqii irraa hujame haga worqii isaa, waan issaan irra keyamu ka meetii irraa hujamee fi issaa isaa ka meetii irraa hujame haga meetii isaa,