1 Chronicles 28:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle haga worqiini waan mesa fakaata, ka hit'aana irati aarsanifi gaari waan akheekha lubbu qaba, ka koola, ka Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa irati koola ballifte ejitule gohu malte, iti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worqii qulqulluu gaariin fardaa ittiin hojjatamu ka Kiruubeeliin koola ufii saanduuqa waadaa Rabbii hulee ciinca'aa ka hixaana irratti aarsaniif gara lamaaniinuu irra badhisu irra taa'u ittiin hojjatamu hagam akka ta'e tilmaamee kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
addee ciinca'aa ta hixaanni irratti aarfamuuf, worqii baqisiifante, akkasuma fakkii karooraa ta ifii garreettaa harkifamu ka dada ol-gubba'aa ta koola qadduu ka worqii irraa hujamee, koollii isaanii Saanduqa Gondooro'oo ka Mootii Waan Maraa irra gonboobeeru san itti kenne.