1 Chronicles 28:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan jed'eeni, Wonti kunini ch'ufti waan mani sunini qabaachu male, ka AABBO Waaqi nati hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa mootichi Daawiti, «Karoora Rabbi akka ani hujii irra oolchuuf barreeffamaan naa kenne» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti, «Karoorri kun martinuu Mootiin Waan Maraa na qajeelchee barreeffame; inni na qarqaaree waan karoora kana keessa jiru mara hubadhe» jedhe.