1 Chronicles 28:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini olkae waan jed'eeni: Jaarole, gosa tiyya, na ch'aqasa. Anini mana jaba, Sanduqa Wold'aqisa keesa kayani, ka AABBO Waaqi miila keesa d'aabatu, jaaru fed'e. Anini miha mana isaatini jaaru kurfeese,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Daawiti lafaa ka'ee dhaabatee «Isiin baniin kiyyaa fi obboleewwan kiyya na dhagayaa'a; saanduuqa waadaa Rabbiitii fi mana Waandhi keenna hara itti baafatu ijaaru'uuf yaadee waan ijaarsa manaatiif barbaachisu qopheesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Daawiti ka'ee dhaabatee, «Obboleeyyan tiyya, kolbaa tiyya, na dhage'a'a. Ani mana Saanduqi Gondooroo Mootii Waan Maraa keessa tee'u, miilli Waaqa keennaa ka keessa ijjatu ijaariisaaf yaadadhee, ijaariisaafille qophii godhadheera.