1 Chronicles 28:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleefi worra Lawi yayu huji Mana Waaqa iti kenani. Nami hujitifi hogeeyini waan ch'ufa mid'aasitu kurfo jirti, aka si qarqaartu, ammalle gumifi jaaroleeni worraleeni ch'ufti dubbi tante d'ageete gula yaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tajaajila mana woyyuu Rabbii keessaa akka raawwataniif worri gadootaatii fi worri Leewwotaa ajajamaniiran hojjattoonni dandeettii adda addaa qaban si gargaaran bulchoonninii fi baniinillee si ladda dhaabatanii si gargaaran» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, hayyootii fi Lewwooti hujii Galma Waaqaa maraaf ramadamanee qophowaneeran; worri hujii harkaatiin ogeeyyii te'ane, hujiisaafille fedhii ka qabanu marti si hin qarqaaran. Qondaaltotii fi kolbaan marti waan ati ajajje mara hin fudhatan» jedhe.