1 Chronicles 28:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo inni waan nani jed'e, mana keesati na kad'atani naa injaarini, wonti akanatiifi atini nama woraana, ka d'iiga nama heddu buuse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu ati nama dhiigaa taatee dhiiga nama baay'e'ee waan jissiteef maqaa kiyyaaf mana naa hin ijaartu naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo anaan, ‹Ati nama woraanaa, ka dhiiga dhangalaaseeru waan teeteef, ati Maqaa kiyyaaf mana hin ijaartu› jedhe.