1 Chronicles 28:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ilmaani heddu naa kenne, ilmaani suni keesale Solomoni fohate, aka inni barch'uma hayyuma ka Israeli gubbaa tae lafa AABBO Waaqa mohatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ijoollee dhiiraa baay'ee waan naa kenneef ijoollee Rabbi naa kenne keessaa akka inni hulee Rabbi isa kaaye taa'ee worra Israa'elii bulchuuf ilma kiyya Solomooniin filateera»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ilmaan hedduu naa kenneera; ilmaan tiyya mara keessalle'ee barcumaa mootumma'aa ka mootummaa Mootii Waan Maraa irra tee'ee, kolbaa Israa'elii mara akka bulchuuf ilma kiyya Solomoon filateera.