1 Chronicles 28:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo inni akuma amma na d'agayu kana aadaafi seera kiyya guute jabeese, anini hayyuma isaa haga jiru jireenna jabeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Seera kiyyaa fi murtii kiyya jabaatee yoo raawwate, mootummaa isaa baraa haga bara baraa jabeessee dhaaba› naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma amma godhu kana, ajajaa fi seera kiyya jabeessee yoo eege, ani mootummaa isaa haga bara baraa hin jabeessa› jedhe.