1 Chronicles 28:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma atinileeni, ilma kiyya Solomoni, Waaqa abba kanketi beekhi, garaa tokofi qalbi tokooni isaa hojad'i. Inni heregaafi fed'i teenna ch'ufa imbeekha, yo barbaadde isa inuma agarta; yo atini isa iraa gorte, inni haga jiru jireenna si abaare si lakisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti Solomooniin, «Ilma kiyya; Waaqa abbaa keetii akka beettu onnee guutu'uu fi yaada misha'aan akka isa tajaajiltu si kadhadha yoo isa barbaaddellee hin argattaan; yoo isa dhiifte innillee baraa haga bara baraa si dhiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Atille Solomoon, ilma kiyya, Mootiin Waan Maraa gadhaa nama maraa qorqoree waan ilaaluuf, yaada namaatii fi karoora namaa waan beekuuf, Waaqa abbaa keetii beekiitii, gadhaa tokkochaa fi qalbii fedhii qadduun isa tajaajili. Ati yoo isa barbaadde, isa hin dhaggita; ati yoo isa lakkitte innille haga bara baraa si hin lakkisa.