1 Chronicles 29:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyu Daudini gumi suni ch'ufa durati AABBO Waaqa akana jed'e faarse: Ee AABBO, Waaqa ababo keenna Yakobo, haga jiru jireenna ha si faarsani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti banii maraa afo'otti «Rabbii Waaqa Israa'elii abbaa kiyyaa baraa haga bara baraa ulfaadhu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Daawiti achitti kolbaa mara duratti Mootii Waan Maraa leellisee, «Waaqa abbaa keenna Israa'elii haga bara baraa leellifami.