1 Chronicles 29:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma, Waaqa keenna, nu galata si deebifne maqa kanke gudda faarsina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa Waaqa keenna nu si jalatti bulla maqaa kee kabajjama'aaf galata dhiyeessina.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma, Waaqa keenna, si galateeffanna; maqaa keeti ulfaataa hin leellifanna.