1 Chronicles 29:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anaafi worri lafa tiyya eenu qara, ka nu dandeenne waan kana ch'ufa akana si baamnu? Wonti ch'ufti garuma keeti baati, nuleeni woma qara atini nu kennite sii kennina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ka kennaa kana fedha kiyyaan sii kennu eennu? baniin kiyyallee eennu? wonti maruu kennaa si irraa fudhanne; kunoo waan si irraa fudhanne deebifnee sii kennineerra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nuuti fedha keennaan akkas akka kenninu ka nu dandeessitte ani eennu? Kolbaan tiyyalle eennu? Wonni marti kennansa si biraa nuuf dhufe; waanuma duruu keeti te'e qofa deebinnee siif kennine.