1 Chronicles 29:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini imbeekha, aka atini onne nama ch'ufa ilaalte nama d'uga iraa gammaddu. Fed'ifi garaa tokooni anini waan kana ch'ufa sii baase, ammalle anini aka gumiini tante tunini gammadani waan kana ch'ufa sii baaftu ya arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana ati yaada namaa qorta; akka qajeellummaa jaalattu hin beeka; anillee gara laafumma'aa fi fedha kiyyaan waan kana maraa dhiyeesseera; baniin kee ka as jiru kunillee akka fedha ufiitiin sii dhiyeesse argee gammadeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa kiyya, ati gadhaa namaa akka qorqortuu fi yaada qajeela'atti akka ati gammaddu ani hin beeka. Tanaaf, ani waan kana maraayyuu fedha kiyyaan, yaada qajeela'aan kenneera; kolbaan teeti ta asitti dachaateertulle fedha ifiitiin kennansa sii kenniisaaf attam akka gammadelle ani dhaggeera.