1 Chronicles 29:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa ababoota teenna Abrahamutifi Isaaqotifi ka Israeli, herega akana kana qalbi gumi teeti keesa kayi, guyya ch'ufa qalbilbi sii saalfatu worraa kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Waaqa abboota teennaa Waaqa Abrahaamii, Waaqa Yisaaqiitii fi Waaqa Israa'elii; yabo'oo yaanni kun banii kee keessa baraa haga bara baraa haa jiraatu; onnee isaanii gara kee deebisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii teenna ta durii ka Abrahaamii, ka Yisihaqii, ka Israa'elii yaada kolbaan teeti sii kennite kana haga bara baraa gadhaa isaanii keessatti isaaniif eegi; akka si'iif addatamanulle godhi.