1 Chronicles 29:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini waan gumi ch'ufaani jed'e, AABBO Waaqa keesani faarsa! Jennaani gumiini ch'ufti AABBO, Waaqa ababoota isaani faarsite, AABBO Waaqafi hayyu durati gajejete guddifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Daawiti banii maraanuu, «Rabbii Waaqa keessan galatoonfadhaa'a!» jedhe; isaanillee Rabbii Waaqa abbaa ufii galatoonfatan; gad jedhanii Rabbii fi mootichaa sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti kolbaa san duudi'iin, «Mootii Waan Maraa Waaqa keessan leellisa'a!» jedhe. Kolbaan sun duudiin Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii ifii leellifatte; isaan gad jedhanee, Mootii Waan Maraatii fi mootichaafille ulfinna kennane.