1 Chronicles 29:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyyaate hori qalani, gubani sorio AABBO Waaqaa baasani, duuba eege biyyaa kennani nyaachisani. Suni malele koromi kuma tokotifi elemiye kuma tokotifi imoole holla ta kuma tokole gubani sorio baasani. Ammalle worri daad'ile Waaqaa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bariisaa san horii baay'ee qalanii Rabbii ciincaa dhiyeessanii achiin maayessa baniin akka nyaatu kennaniif; akkasuma korommii kuma tokkoo, korbeeyyii gugurdaa, hoolotaatii fi korbeeyyii hoolotaa didiqqaa kuma tokko tokko ciincaa dhiyeessanii hulee ciinca'aa irratti ciinceessan; daadhii woyini'iillee hin kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boruyyaa isaan ciincaa Mootii Waan Maraatiif dhikeessane; kennansa gubamu Mootii Waan Maraatiif korommii kuma tokko, korbeeyyii hoole'ee kuma tokko, buruusoo korbeeyyii hoole'ee kuma tokko kennansa unto'oo woliin, ciincaan bacaan marroo kolbaa Israa'elii maraatiif dhikaate.