1 Chronicles 29:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani guyya suni, AABBO Waaqa durati, nyaatani d'ugaani gammadani. Jennaani maro lameeso Solomoni ilma Daudi hayyu Lalabani, maqa AABBO Waaqatini isa muudani, hayyu tolchani, Sadokile qaallu tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu guyyaa san Rabbiin afo'otti nyaata'aa dhuga'aa gammadan; ilma Daawitii Solomooniin hennaa lammeesso'ootiif mootii taasisanii akka bulchuuf Rabbiin afo'otti isa muudan. Saadooqiinillee gadicha godhatanii muudan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa san isaan gammada gudda'aan Mootii Waan Maraa duratti nyaatanee unane. Achiin duuba isaan ilma Daawitii Solomoon akka inni mootii te'u yennaa lammeesso'oo Mootii Waan Maraa duratti muudane; Zaadoqille akka hayyuu te'u muudane.