1 Chronicles 29:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akasiini Solomonini fulla abba isaa Daudi hayyu tahe, barch'uma isaa ka hayyuma ira tae. Inni hayyu gurra qabu tahe, gumiini Israelileni ch'ufti isaa saalfate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akka kanaan Solomoon teessoo abbaa ufii ka Daawitii irra taa'e. Wonti maruu qajeeleefii baniin Israa'elii maruu isaa ajajaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Solomoon addee abbaa ifii Daawitiititti, barcumaa Mootii Waan Maraa irra tee'e. Wonni marti isaaf teetee, kolbaan Israa'elii martille isaaf ajajante.