1 Chronicles 29:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gosa Israeli ch'ufa durati Solomoni guddise maqa jaba kenneefi, ammalle hayyu duraani Israeli mohate ch'ufa ira guddinna kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Solomooniin mootota armaan dura Israa'eliin bulcha'aa turan caalaa kabajjeen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa kolbaa Israa'elii mara biratti Solomoon, nama guddoo beekkamaa akka te'u godhee, arnya mootumma'aa ka mootota isaan qara Israa'el irratti mootii te'ane irra ijjumaa hin jirre, isaaf kenne.