1 Chronicles 29:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini kurfeese kana malele, anini yayu qarsifi worqi tiyya, ta anini olkeyad'e keesa, maro anini Mana Waaqa jaalad'eefi, baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan amma qopheesseen alatti birri'ii fi worqii qabu keessaallee jaalala mana woyyuu Rabbiitii qabuuf fedha kiyyaan kenneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana maleelle, ani jaalaltii hujii Galma Waaqaa waan qabuuf, waan qara Galma Waaqaa kanaaf qopheesse irratti dabalee, qabeenna kiyya keessaa worqi'ii fi meetii hin kenna: