1 Chronicles 29:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woniti isaa ka t'aafani suni aka inni lafa mohatefi jabeenna isaatiifi ammalle waan isaafi worra Israelitiifi gochiti d'aatu worraa jirtuleeni taate garsiifti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataan Daawiti itti bulche, jabeenni isaatii fi wonti inni mootota Israa'eliitii fi mootota naannoo isaa jiran maraa irratti hojjate kitaaba seena'aa ka raattota sadihii san keessatti barreeffameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barreeffama san keessatti marroon mootummaa isaa, marroon gootummaa isaa, wonni isa irra dhaqqabe, wonni kolbaa Israa'elii irra dhaqqabe, wonni mootummoota biyya lafaa ta dhibii irralle dhaqqabe martinuu barreeffameera.